Retour à la bibliothèque de ressources

Hubannoo Koorniyaa fi Dargaggootaa Hammachu fi Hojiirra oolchuuf : Qajeelfama Hojii Ragaa Irratti Hundaa'e

GAYA
Auteurs:
GAYA
Année de publication:
2023
Type de ressource:
Conseils techniques | Outils et manuels
Langue :
Oromo
Disponible en langues :

Barça 2022tti GAYA beekumsa, ilaalchaa fi gocha michoota hojiirra oolchitootaa hojii isaanii keessatti koorniyaa fi dargaggoota hammachu ilaalchisee qaban caalaatti hubachuuf qorannoo adeemsaa gaggeesse. Yaadannoon qajeelfamaa kun hammachu koorniyaa fi dargaggootaa bu'a qabeessa ta'e mirkaneessuuf michoota hojiirra oolchanif yaadota ijoo adda baasee kaa'a. Tokkoon tokkoon yaada kennameef, GAYA'n hubannoowwan karaa daataa qorannoo, tarkaanfiiwwan yaadota kana hammachuuf fudhataman, akkasumas madda odeeffannoo hojii irra oolmaa tarkaanfiilee kana deeggaruuf gargaaran kenna. 

Waa'ee yaada GAYA ragaa irratti hundaa'e afaan filannoo keessaniin (Ingiliffa, Faransaayi, Ispaanishii, Arabaa, Beengaalii, Afaan Oromoo fi Amaaraa) bal'inaan baruuf armaan gaditti dubbisaa.