

Bara 2022tti GAYA beekumsa, ilaalchaa fi gocha michoota hojiirra oolchitootaa hojii isaanii keessatti koorniyaa fi dargaggoota hammachu ilaalchisee qaban caalaatti hubachuuf qorannoo adeemsaa gaggeesse. Yaadannoon qajeelfamaa kun hammachu koorniyaa fi dargaggootaa bu’a qabeessa ta’e mirkaneessuuf michoota hojiirra oolchanif yaadota ijoo adda baasee kaa’a. Tokkoon tokkoon yaada kennameef, GAYA'n hubannoowwan karaa daataa qorannoo, tarkaanfiiwwan yaadota kana hammachuuf fudhataman, akkasumas madda odeeffannoo hojii irra oolmaa tarkaanfiilee kana deeggaruuf gargaaran kenna.
Waa’ee yaada GAYA ragaa irratti hundaa’e afaan filannoo keessaniin (Ingiliffa, Faransaayi, Ispaanishii, Arabaa, Beengaalii, Afaan Oromoo fi Amaaraa) bal’inaan baruuf armaan gaditti dubbisaa.